Matthew 12:46 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Adoo Yesuus gumi'itti dubbatiisatti jiruu, haadhaa fi obboleeyyan isaa, isa dubbisiisaaf barbaadanee ala dhaabbataneeraniiyyu. [
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato inni tae hasau, haad'afi oboleyaani isaa ala ejaanjani isaani dubbachu fed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo innii taa'ee gumiin haasa'uu, haadhaa fi obbooleeyyan isaa ala ejaajjanii isaan dubbachuu fedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduma Yesuus gumii woliin dubbata'aaru haatinii fi obboleewwan isaa isa dubbisu'uuf dhufan diida dhaabataniiran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduma Yesuus gumii woliin dubbata'aaru, haatinii fi obboleewwan isaa isa dubbisu'uuf dhufan diida dhaabataniiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee ummatatti uduma dubbata'aa jiru, haati isaatii fi obboleeyyan isaa isa dubbisu'uuf barbaadanii, ala dhabatanii jiran turan. [
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo Yesuus gumi'itti dubbatiisatti jiruu, haadhaa fi obboleeyyan isaa, isa dubbisiisaaf barbaadanee ala dhaabbataneeraniiyyu. [