Matthew 12:47 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san nami tokko Yesuusiin, “Kunoo, haati teetii fi obboleeyyan teeti si dubbisiisaaf barbaadanee ala dhaabbatiisatti jiran” jedheen.]
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi nami toko waan isaani jed'e, Ilaali, haatetifi oboleyaani tante ala ejaanjani siini dubbachu fed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan namii tokko Yesusiin, “Ilaal, haateetii fi obbooleeyyan tantee ala ejaajjanii siin dubbachuu fedhanii” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san namni tokko Yesuusiin, «Kunoo! haati teetii fi obboleewwan tee si dubbisuu barbaadanii diida dhaabataniiran» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san namni tokko Yesuusiin, «Kunoo, haati teetii fi obboleewwan tee si dubbisuu barbaadanii diida dhaabataniiran» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoota achi turan keessaa tokko Yesusiin, «Kunoo haati keetii fi obboleeyyan kee, si dubbisu'uuf barbaadanii ala dhaabatanii jiran» jedheen.]
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san nami tokko Yesuusiin, «Kunoo, haati teetii fi obboleeyyan teeti si dubbisiisaaf barbaadanee ala dhaabbatiisatti jiran» jedheen.]