Matthew 12:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani isinitti hima, ka Galma Waaqaa caalu as jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini isaniti himu, Wonti Mana Waaqa ira guddo arma jirti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan anin isanitti himuu, wantii mana Waaqaa irra guddoo arma jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo ani isinitti hima, ka mana woyyuu caalu asi jira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammo ani isinitti hima, ka mana woyyuu caalu asi jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu ka Mana Waaqeffanna'aa caalu kunoo, asi ni jira isiniin jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isinitti hima, ka Galma Waaqaa caalu as jira.