Matthew 12:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin ammoo, “Ani marartii barbaada malee, ciinca'aa moti” jechuun maan akka te'e adoo beettanee jiraattanee, worra yakkaa hin qannetti yakkaa itti hin murtanuuyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
T'aafiini waan jettu, yo sila jecha, anini nasu male sorio hori infed'u jed'u beetani, isani nama wollaala inqamne wollaala itimurtani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo, ‘Yo silaa jecha, anin naasuu malee sooriyoo horii hinfedhu’ jedhu beettanii, isan nama wallaala hinqamne wallaala itti hinmurtan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ammo, «Ani ciincaa irra araara jaaladha ka jedhame maal akka ta'e uduu beettanii worra yakka hin qabnetti hin murteessitan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin ammoo, «Ani ciincaa irra araara jaaladha ka jedhame maal akka ta'e uduu beettanii, worra yakka hin qabnetti hin murteessitan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dabalee'llee, ‹ani ka barbaadu dhiifama malee kitima'aa miti› ka jedhu dubbiin kitaabaa maal akka ta'e uduu hubattaniitii, namoota balleessaa hin qabnne irratti hin murtteesitan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ammoo, ‹Ani marartii barbaada malee, ciinca'aa moti› jechuun maan akka te'e adoo beettanee jiraattanee, worra yakkaa hin qannetti yakkaa itti hin murtanuuyyu.