Matthew 12:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ilmi Namaa Sanbata irralle'etti Gootta'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Ilmi Nama gudda Sabatooti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif ilmii namaa guddaa Sanbataati” isaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maarre, Ilmi Namaa Sambataafillee Goofta'a.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maarre, Ilmi Namaa Sambataafillee Goofta'a.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gonkumaa Ilmi Namaa Gooftaa Sanbbataati.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Namaa Sanbata irralle'etti Gootta'a» isaaniin jedhe.