Matthew 13:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyuma san Yesuus manaa bayee dhaqee abbaayaa Galiila'aa bira tee'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyuma suni, Yesoni mana keesaa bahe d'aatu galaana tae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyuma sun, Yesus mana keessaa ba'ee dhaattuu galaanaa taa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san Yesuus manaa bayee galaana Galiila'aa bira taa'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa san Yesuus manaa bayee galaana Galiila'aa bira taa'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyama sanitti Yesus manaa bayee garba ciisaa bira ni taa'e,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyuma san Yesuus manaa bayee dhaqee abbaayaa Galiila'aa bira tee'e.