Matthew 13:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba barattooti gara Yesuusii dhufanee, “Ati maaf mammaassaan kolba'atti dubbatta?” jedhane gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Yeso gara isaa d'ufe waan jed'eeni, Atini maafi mammaasaani worrati dubbatta?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii Yesus gara isaa dhufee, “Atin maaf mammaassaan warratti dubbatta?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa darasoonni gara Yesuusii dhiyaatanii, «Ati maaf mammaaka kana isaanitti mammaatte?» jedhanii gaafatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa darasoonni gara Yesuusii dhiyaatanii, «Ati maaf mammaaka kana isaanitti mammaatte?» jedhanii gaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti barattoonni isaa gara Yesusii dhiyaatanii, «Waayee maali'iitiif ummatatti fakkeennaan dubbattaa?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba barattooti gara Yesuusii dhufanee, «Ati maaf mammaassaan kolba'atti dubbatta?» jedhane gaafatane.