Matthew 13:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka qabuuf, itti dabalantee hin kennantiif, bacaalle hin qabaata; ka wo hin qanne ammoo, wonni inni qabuuyyuu isa irraa hin fudhatanti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama waan guddo qabu iti daraniifi, duuba inni quufeti hambisa; ammo nama woma inqamne diqo inni qabule iraa fuud'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama waan guddoo qabu itti daraniif, duuba innii quufeetti hambisa; nama ammoo wa hinqamne diqqoo innii qabuullee irraa fuudhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka qabuuf itti eda'amee waan kennamuuf heddu ta'aaf; ka hin qabne ammo ka qabu sunuu irraa fudhatama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka qabuuf, itti eda'amee waan kennamuuf heddu ta'aaf, ka hin qabne ammoo ka qabu sunuu irraa fudhatama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nama qabuuf ka caalu ni kennamaaf, ni baayi'ataaf'lle'e, nama hin qabnne irraa garuu ka qabu, irraa ni fudhatama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka qabuuf, itti dabalantee hin kennantiif, bacaalle hin qabaata; ka wo hin qanne ammoo, wonni inni qabuuyyuu isa irraa hin fudhatanti.