Matthew 13:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus itti dabalee, “Hiikkaa namicha sanyii facaasuu maan akka te'e dhage'a'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoosi mammaasa nama mid'aani fach'aasu d'agaya.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Yoos mammaassa nama midhaan facaasuu dhagaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammallee, «Hiikkaa namicha sanyii facaasuu maal akka ta'e dhagayaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammallee, «Hiikkaa namicha sanyii facaasuu maal akka ta'e dhagayaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Eegaa isin fakkeenni nama sanyii facaasuu maal akka ta'e dhagayaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus itti dabalee, «Hiikkaa namicha sanyii facaasuu maan akka te'e dhage'a'a.