Matthew 13:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus mammaassa dhibii isaanitti mammaakee, “Mootummaan ol-gubba'aa nama fichaa ifii keessatti sanyii dansaa facaase tokkoon wol fakkaatti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni mammaasa d'ibi worrati hime waan jed'e: Finni gubba nama sanyi dansa oobru ufi keesati oobre fakaata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus mammaassa dhibii warratti himee, “Nama sanyii dansaa oobruu ufii keessatti oobre fakkaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus mammaaka biraallee isaanitti mammaake, «Jeennanni Rabbii nama qonna ufii keessatti sanyii mishaa facaaseen wol fakkaatti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus mammaaka biraallee isaanitti mammaake, «Jeennanni Rabbii nama qonna isaa keessatti sanyii mishaa facaaseen wol fakkaatti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana Yesus akkana jechu'uun fakkeenna bira'aa isaanitti ni hime, «Mootummaan Sami'ii oorruu isaa ta qonnaa titti nama sanyii mishaa facaase fakkaati,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus mammaassa dhibii isaanitti mammaakee, «Mootummaan ol-gubba'aa nama fichaa ifii keessatti sanyii dansaa facaase tokkoon wol fakkaatti.