Matthew 13:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa nami marti rafe ammoo, diinni dhufee odduu qamadi'iititti jigidaa facaasee deeme.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ato abbaani rafu, nyaapi isaa d'ufe, raafu jiddu dargayeti fach'aase, kae iti d'aabate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo adoo abbaan rafuu, nyaaphii isaa dhufee, raafuu jidduu dargaayyetti facaasee, ka'ee itti dhaabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi sanyii facaasee biraa lixe. Hennaa namoonni rafan ammo, diinni dhufee qamadii keessatti sinaana facaasee deeme.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namichi sanyii facaasee biraa lixe. Hennaa namoonni rafan ammoo, diinni dhufee qamadii keessatti sinaana facaasee deeme.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
garuu naminni marrinuu eega rafeen duubatti diinni dhufeeti qamadii keessatti, ingirdaada facaasee ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa nami marti rafe ammoo, diinni dhufee odduu qamadi'iititti jigidaa facaasee deeme.