Matthew 13:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni deebisee, ‘Kana ka godhe diina’ jedhe. Tajaajiltooti deebisanee, ‘Nuuti dhandhee akka bubuqqinnu barbaaddaa ree?’ jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani oobru waan jed'eeni, Nyaapa kiyyati waan kana tolche. Garbooti waan isaani jette, Nu d'anne haramnu feeta?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbaan oobruu ammoo, ‘Nyaapha kiyyatti waan kana tolche’ jedhe. Garbootii taan isaan, ‘Akka nu dhandhee aramnu feetaa ree?’ jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee deebisee, ‹Kana ka godhe diina› jedhe. Hojjattoonni, ‹Dhandhee uduu keessaa guurree ta'aa?› jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee deebisee, ‹Kana ka godhe diina› jedhe. Hojjattoonni, ‹Nu dhandhee uduu keessaa guurree ta'aa?› jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Inni'llee, ‹kana ka raawwate diina› isaaniin jedhe. Tajaajiltoonni'llee, ‹eegaa deeminnee ingirdaadicha akka buqqifnnuuf ni barbaadaa ree?› jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni deebisee, ‹Kana ka godhe diina› jedhe. Tajaajiltooti deebisanee, ‹Nuuti dhandhee akka bubuqqinnu barbaaddaa ree?› jedhaneen.