Matthew 13:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ammoo deebisee, ‘Waawwo'o; jigidaa buqqisiisa irratti qamadii woliin buqqittan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani oobru waan jed'eeni, Hiyyo; hegeri ato haramtanu dargayele woliini bubuqiftani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbaan oobruu, ‘Hiyyoo; hegerii adoo aramtanuu dargaayyellee waliin bubuqiftanii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo deebisee, ‹Lakkaa'a sinaana hennaa guurtan qamadiin akka woliin hin buqqaane dhiisaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo deebisee, ‹Lakkaa'a sinaana hennaa guurtan qamadiin akka woliin hin buqqaane dhiisaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni garuu akkana jechu'uun isaanii ni deebisee, ‹hin ta'u ingirdaadicha yoo buqqifttanitti qamadii'llee woliin ni buqifttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo deebisee, ‹Waawwo'o; jigidaa buqqisiisa irratti qamadii woliin buqqittan.