Matthew 13:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni mammaassaan waan hedduu isaanitti humu'utti ka'ee, “Caqasa'a! Nami tokko sanyii facaasiisaaf baye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni mammaasaani waan heddu worrati hime waan jed'e, Namichi toko mid'aani fach'aasu d'aqe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii mammaassaan waan hedduu warratti himee, “Namichii tokko midhaan facaasuu dhaqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkana jedhee mammaakaan waan hedduu isaanitti himuu jalqabe, «Caqasaa'a! Namichi tokko sanyii facaasu'uuf baye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkana jedheeti mammaakaan waan hedduu isaanitti himuu jalqabe, «Caqasaa'a! Namichi tokko sanyii facaasu'uuf baye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Saniin duubatti'llee wonittoota baayi'ee fakkeennaan akkana jedha'aa, isaanitti himuu jala ni qabe, «Kunoo! Qotee bulaan tokko sanyii facaasu'uuf ni baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni mammaassaan waan hedduu isaanitti himiisaaf ka'ee, «Caqasa'a! Nami tokko sanyii facaasiisaaf baye.