Matthew 13:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus mammaassa dhibii isaanitti mammaakee, “Mootummaan Waaqaa midhaan sanaaficci'ii ka nami tokko fuudhee fichaa ifii keessatti facaase fakkaatti;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mammaasa d'ibi Yesoni worrati hime waan jed'eeni, Finni gubba waan aka guma dambi fakaata, ka nami toko fuud'e oobru ufi keesati fach'aase.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus mammaassa dhibii warratti himee, “Mootummaan Waaqaa waan akka guma'a dambii fakkaatti, ka namii tokko fuudhee oobruu ufii keessatti facaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus mammaaka biraa isaanitti mammaake, «Jeennanni sami'ii nama gumaa hexo'oo ka namni tokko fuudhee qonna ufii keessatti facaase fakkaatti;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus mammaaka biraa isaanitti mammaake, «Jeennanni sami'ii nama gumaa hexoo ka namni tokko fuudhee qonna ufii keessatti facaase fakkaatti;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus fakkeenna biraa'llee akkana jechu'uun isaanitti ni hime, «Mootummaan Sami'ii suuniffa'aa ka naminni tokko fidee, qonnaa isaa keessatti facaase fakkaatti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus mammaassa dhibii isaanitti mammaakee, «Mootummaan Waaqaa midhaan sanaafici'ii ka nami tokko fuudhee fichaa ifii keessatti facaase fakkaatti;