Matthew 13:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
midhaan isi'ii midhaan mara caalaa diqqaata, yennaa guddatte ammoo waan ficha'atti facaame mara caaltee muka teetee, sinbirreen dhuttee dameelee isi'ii keessatti mana ifii ijaarratti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni mid'aani ch'ufa ira diqa ammo eegi bahe mid'aani ch'ufa ira guddate mukha gudda taha. Duuba simpirreeni d'ufte dame irati mana jaarati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii midhaan cufa irra diqqaa, ammoo eegii ba'e midhaan cufa irra guddateetti muka guddaa ta'a. Duuba simphirreen dhuftee damee irratti mana jaaraatti” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin sanyii maraa irra hin diqqaatti; Hennaa guddatte ammo mukkiin maraa caalti. Muka dameewwan isi'ii irratti Simbirroonni dhufanii itti quphatan taati» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isiin sanyii maraa irra hin diqqaatti, Hennaa guddatte ammoo mukkiin maraa caalti. Muka dameewwan isi'ii irratti Sinbirroonni dhufanii itti quphatan taati» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isiin'llee sanyii maraa irra ta diqqaatte, yeroo guddatetti garuu biqilttuuwwan maraa ni caaltti, muka guddaa'llee ni taati, Sinbirroonni'llee dhufanii dameewwan mukichaa irratti mandheewwan isaanii ijaaratanii, irratti ni quphatan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
midhaan isi'ii midhaan mara caalaa diqqaata, yennaa guddatte ammoo waan ficha'atti facaafame mara caaltee muka teetee, sinbirreen dhuttee dameelee isi'ii keessatti mana ifii ijaarratti» jedhe.