Matthew 13:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus gumii lakkisee mana seene. Barattooti isaalle gara isaa dhikaatanee, “Mammaassa jigidaa fichaa qamadi'ii keessaa nuu hiiki” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani gumi biraa deeme manati gale. Jari isaa gara isaa d'ufe waan jed'eeni, Mammaasa raafu oobru keesa diideesi nuti himi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan gumii biraa deemee manaatti galee, jarii isaa gara isaa dhufee, “Mammaassa raafuu oobruu keessaa diideessii nutti himi” jdheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayii Yesuus gumii dhiisee mana seene. Darasoonni isaallee gara isaa dhiyaatanii, «Mammaaka sinaana qonna qamadii keessaa nuu hiiki» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayii Yesuus gumii dhiisee mana seene. Darasoonni isaallee gara isaa dhiyaatanii, «Mammaaka sinaana qonna qamadii keessaa nuu hiiki» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus ummata geegessee gara manaa ni aseene, barattoonni isaa'llee gara isaa dhiyaatanii, «Hiikkaa fakkeenna ingirdaadaa qonnaa nu hubachiis!» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus gumii lakkisee mana seene. Barattooti isaalle gara isaa dhikaatanee, «Mammaassa jigidaa fichaa qamadi'ii keessaa nuu hiiki» jedhaneen.