Matthew 13:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Ka sanyii dansaa facaasu Ilma Namaa ti;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Nami mid'aani dansaa fach'aasu Ilma Namaati;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo deebisee, “Namii midhaan dansaa facaasu ilma namaati;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Ka sanyii mishaa facaasu Ilma Namaati;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, ka sanyii mishaa facaasu Ilma Namaa ti;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Sanyii mishaa ka facaase Ilma Namaati,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Ka sanyii dansaa facaasu Ilma Namaa ti;