Matthew 13:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
fichaan biyya lafaa ti; sanyiin dansaan ijoollee mootummaa Waaqaa ti; jigidaan ijoollee hamaalessaa ti;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
oobruuni lafa tana; mid'aani dansaani ilmaani Finna Waaqati; raafuuni ilmaani Hama Kaani;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
oobruun lafa tana; midhaan dansaan ilmaan mootummaa Waaqaatii; raafuun ilmaan hamaa kaani;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maasaan biyya lafaati; sanyiin mishaan ijoollee jeennataati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maasaan biyya lafaa ti; sanyiin mishaan ijoollee jeennataa ti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
qonni biyya lafaa kana, firiin mishaan ijoollee Mootummaa Waaqaati, ingirdaanni ijoollee sheexanaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
fichaan biyya lafaa ti; sanyiin dansaan ijoollee mootummaa Waaqaa ti; jigidaan ijoollee hamaalessaa ti;