Matthew 13:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
diinichi jigidaa facaase Seexana; haammaan muummee biyya lafaa ti; worri haamu ergantoota Waaqaa ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nyaapi isi fach'aase Sheet'ana. Muraansi waan eegi tana. Worri muruleeni malaika.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
nyaaphii isan facaasee Sheexanaa. Muraansii waan eegii tanaa. Warrii muruulleen ergamtoota gubbaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sinaanni sun ammo ijoollee hammeeyyi'iiti. Diinni sinaana facaase daabiloos. Haamaan dhuma biyya lafaati; worri haamu maleekkota Rabbiiti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sinaanni sun ammoo ijoollee hammeeyyi'ii ti. Diinni sinaana facaase daabiloos. Haamaan dhuma biyya lafaa ti; worri haamu maleekkota Rabbiiti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ingirdaada ka facaase sheexana diina ta'e, callaan muummee biyya lafaati, haamittonni maleyikkoota,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
diinichi jigidaa facaase Seexana; haammaan muummee biyya lafaa ti; worri haamu ergantoota Waaqaa ti.