Matthew 13:41 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ilmi Namaa ergantoota ifii hin erga; isaanille worra sababa cubbu'uu te'ee fi worra hantuu huju mara mootummaa isaa keessaa wolitti qabanee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmi Nama malaika ufi erge, isiini Finna isaa keesa waan daba ch'ufaafi worra hameenna tolchu ch'ufa wolti guurte,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ilmii namaa ergamtoota ufii ergeetti, warrii mootummaa isaa keessaa waan dabaa cufaa fi warra hammeenna tolchu cufaa walti guuree
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi Namaa maleekkota ufii hin erga. Isaanillee worra cubbu'uuf sababa ta'anii fi worra hammeeyyii ta'an maraa jeennata isaa keessaa wolitti qaban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ilmi Namaa maleekkota ufii hin erga. Isaanillee worra cubbu'uuf sababa ta'aniif worra hammeeyyii ta'an maraa jeennata isaa keessaa wolitti qaban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Ilmi Namaa maleyikkoota isaa ni erga, isaan'llee sababa cubbu'uu worra ta'anii fi hamaa raawwattoota mara, Mootummaa isaa keessaa wolitti qabanii ni baasan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Namaa ergantoota ifii hin erga; isaanille worra sababa cubbu'uu te'ee fi worra hantuu huju mara mootummaa isaa keessaa wolitti qabanee,