Matthew 13:42 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
addee isaan booyaa ilkaan itti qaranu, qilee ibiddaatitti isaan gatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ibida balaliu keesaa gati; achiti bohani ilkaani qarani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ibidda balali'u keessatti gata; achitti boo'anii ilkaan qaran.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee isaan booya'aa ilkaan itti qaran qilee ibiddaatitti isaan gatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hulee isaan booya'aa ilkaan itti qaran, qilee ibiddaatitti isaan gatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
gara ibidda wosiisaa titti'llee isaan ni gatan, achitti'llee booyaa fi ilkaan qaruun ni ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
addee isaan bowaa ilkaan itti qaranu, qilee ibiddaatitti isaan gatan.