Matthew 13:45 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Ammalle, mootummaan ol-gubba'aa daldalticha dooqa dansaa bitatiisaaf barbaadu fakkaatti;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Finni gubba daldaltu dooqa mid'aadu barbaadu fakaata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee, “Mootummaan Waaqaa akka naggaadee dooqaa midhaadduu barbaaduu jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammallee akkana jedhe, «Jeennanni sami'ii daldalaa mi'a mishaa bitatu'uuf soqu fakkaatti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ammallee, jeennanni sami'ii daldalaa mi'a mishaa bitatu'uuf soqu fakkaatti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Deebi'ee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Deebi'ee'llee Mootummaan Sami'ii daldalaa dooqa michuu bitu'uuf barbaadu fakkaatti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ammalle, mootummaan ol-gubba'aa daldalticha dooqa dansaa bitatiisaaf barbaadu fakkaatti;