Matthew 13:46 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
daldaltichi dooqa gatii gudda'aa tokko yennaa dhagge, dhaqee waan qabu mara gurguree dooqa san bitate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dooqa toko ta gati guddo arginaani deeme waan qabu ch'ufa gurgure bitata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ka dooqa tokko ta gatii guddoo arginaan deemee waan qabu cufaa gurguree bitate” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daldalaan sun mi'a gatii gudda'aa takka hennaa arge deemee waan qabu maraa gurguree isii bitate.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daldalaan sun mi'a gatii gudda'aa takka hennaa arge deemee waan qabu maraa gurguree isii bitate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
daldalaan'llee dooqa haalaan gatiin isi'ii guddaa ta'e yeroo argatetti, deemee waan qabu maraa gurgureeti, dooqa san ni bite.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
daldaltichi dooqa gatii gudda'aa tokko yennaa dhagge, dhaqee waan qabu mara gurguree dooqa san bitate.