Matthew 13:47 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Ammalle, mootummaan ol-gubba'aa caccoo qurxummi'ii ta abbaaya'atti afanee qurxummii adda addaa duudii qadde fakkaatti;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Finni gubba t'urura galaana keesa buusani, qurt'umi gosa ch'ufa wolti guuraniini fakaata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee, “Mootummaan Waaqaa akka xuruuraa galaana keessa buussanii, qurxummii gosa cufaa walti guuruu jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ammallee, jeennanni sami'ii siiboo gara galaanaa darbamtee, qurxummii adda addaa wolitti qabdu fakkaatti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ammallee, jeennanni sami'ii siiboo gara galaanaa darbamtee, qurxummii adda addaa wolitti qabdu fakkaatti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Akkuma kanaan Mootummaan Sami'ii tabbaarrii gara garba ciisa'aa titti darbamtte ni fakkaatti, isiin'llee bifa maraan qurxummii ta wolitti qabddu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ammalle, mootummaan ol-gubba'aa caccoo qurxummi'ii ta abbaaya'atti afanee qurxummii adda addaa duudii qadde fakkaatti;