Matthew 13:48 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
caccoon yennaa guutte, isaan gara cina'aa harkisanee, gad tee'anee, qurxummii dadansaa saaxaraa keessa keyatanee, babadduu ammoo gatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo guutame, afaani galaanati hirkisani, tataani qurt'umi gargari filani: dadansa olkeyatani, hamamtu gadigatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ka yo guutame, afaan galaanaatti hirkisanii, tataanii qurxummii gargarii filanii, dadansaa olkeeyyatanii, hamaamtuu gadigatanii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa siiboon guuttamte, isaan gara qaccee galaanaa baasan. Taa'anii qurxummii mishaa keessaa guuraniiti keeshee keessa kaayan; badaa ammo hin gatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa siiboon guuttamte, isaan gara qaccee galaanaa baasan. Taa'anii qurxummii mishaa keessaa guuraniiti keeshee keessa kaayan. Badaa ammoo hin gatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
yeroo guutamttetti'llee qurxummii qabddoonni gara maddii garba ciisa'aa titti harkisanii ni baasaniin, taa'anii'llee qurxummii mishaa mishaa keessaa filanii meeshaa keessa ni kaayan, badaa garuu achi ni gatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
caccoon yennaa guutte, isaan gara cina'aa harkisanee, gad tee'anee, qurxummii dadansaa saaxaraa keessa keyatanee, babadduu ammoo gatane.