Matthew 13:49 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa muummee biyya lafaalle akkasuma hin teeti. Ergantooti Waaqaa dhuttee worra hamoota worra balchoota irraa gargar baattee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi tanale akasuma taati: malaikaani d'ufte nama hamamafi dadansa gargari baafti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii tanaallee gaafa muummee lafaa akkasuma taati; ergamtootii Waaqaa dhufteetti nama hamaamaa fi dadansaa gargarii baaftee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa dhuma adunyaa tanaa akkana ta'a. Maleekkonni dhufanii, cubbamtootaa fi qajeellota adda baasan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa dhuma adunyaa tanaa akkana ta'a. Maleekkonni dhufanii, cubbamootaa fi qajeellota adda baasan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Muummee biyya lafaa titti'llee akkana ni ta'a, maleeyikkoonni dhufanii cubbamoota worra qulqullaayotaan adda ni fooyaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa muummee biyya lafaalle akkasuma hin teeti. Ergantooti Waaqaa dhuttee worra hamoota worra balchoota irraa gargar baattee,