Matthew 13:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sanyiin dhibiin lafa dhakittii, addee biyyee guddoo hin qanne irra buute; biyyee gad fago'oo waan hin qanneef ariifattee muute.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani gari d'akha gubbaa jigani, fulla biyyeeni guddooni injirre. Yoosu biqilani, ammo waan biyyeeni gadi fago intahiniifi,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Midhaan garii fulaa biyyeen guddoon hinjirre dhakaa gubbatti jigan. Yoosuu biqilan, ammoo waan biyyeen gad fagoo hinta'aniif,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sanyiin kuun lafa dhaga'aa ka biyyee guddaa hin qabne irra bu'e; Biyyee gayaa waan hin qabneef yoma san mute.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sanyiin kuun lafa dhaga'aa ka biyyee guddaa hin qabne irra bu'e; Biyyee gayaa waan hin qabneef yoma san mute.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sanyiin bira'aa bakka biyyeen baayi'een hin jirre, lafa dhaga'aa irra ni bu'e, laftti'llee biyyeen baayi'een waan irra hin jirreef gad fageenna hin qabu ture, kanaaf sanyiin bakkumatti ni baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin dhibiin lafa dhakittii, addee biyyee guddoo hin qanne irra buute; biyyee gad fago'oo waan hin qanneef ariifattee muute.