Matthew 13:50 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
addee isaan booyaa ilkaan itti qaranu, qilee ibiddaatitti hin qolaansan” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ibida balaliuti guurti, achiti bohani ilkaani qarani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
nama hamaamaa ibidda balali'uutti guurte, achitti boo'anii ilkaan qaran.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee isaan booya'aa ilkaan itti qaran qilee ibiddaatitti gatan» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hulee isaan booya'aa ilkaan itti qaran, qilee ibiddaatitti gatan» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hamaaleyyii garuu gara ibidda wosiisaa titti'llee isaan ni gatan, acitti'llee booyaa fi ilkaan qaruun ni ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
addee isaan bowaa ilkaan itti qaranu, qilee ibiddaatitti hin qolaansan» jedhe.