Matthew 13:51 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Kana mara hubattaneertanii?” jedhee isaan gaafate. Isaan deebisanee, “Ee” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana ch'ufa hubattani? Worri, Ee jed'eeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana cufa hubattan?” jedhe. Warriilleen, “Ee'ee” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus, «Kana maraa hubattaniirtuu?» jedhee isaan gaafate. Isaanillee deebisanii, «Ee» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus, «Kana maraa hubattaniirtu?» jedhee isaan gaafate. Isaanillee deebisanii, «Ee» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dabalee'llee Yesus, «Waan kana mara hubattanii jirttanii ree?» isaaniin jedhe. Isaan'llee, «Ee, yaa Gooftaa!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Kana mara hubattaneertanii?» jedhee isaan gaafate. Isaan deebisanee, «Ee» jedhane.