Matthew 13:56 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleettoti isaalle martinuu nu woliin jiranii motii? Inni waan kana mara eessaa dhaggate?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani isaa ta dubra nu woliini jirtiniti? Namichi kunini jabeenna kana ch'ufa eesa argate re?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obbooleeyyan isaa ta dubraa nu waliin jirtiintii? Namichii kunin jabeenna kana cufa eessaa argate ree?” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Intallan haadhaa maruu nu bira jiranii mii? Inni waan kana maraa eessaa argate?» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Intallan haadhaa isaa maruu nu bira jiranii mii? Inni waan kana maraa eessaa argate?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Obboleettiiwwan isaa marrinuu, ka nu woliin jiranii mitii ree? Eegaa naminni kun ogummaa kana mara eessaa argate?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleettoti isaalle martinuu nu woliin jiranii motii? Inni waan kana mara eessaa dhaggate?