Matthew 13:57 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf isaan isa tuffatane. Yesuus ammoo isaaniin, “Raagaan tokko addee dhibi'itti malee, biyya ifiitii fi mana ifii keessatti ulfinna hin dhaggattu” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba isa quufu didani jennaani Yesoni waan worraani jed'e, Fulla ch'ufati raaga guddisani, ollafi worra isaa keesa male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba isa quufu'u didanii jennaan Yesus warraan, “Raaga lafa isaatii fi warra isaa keessa malee, fulaa cufaatti inulfeessan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf isaan isa tuffatan. Yesuus ammo isaaniin, «Raanni tokko biyya biraatitti malee biyya ufiitii fi mana ufii keessatti ulfinna hin argatu» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf isaan isa tuffatan. Yesuus ammoo isaaniin, «Raanni tokko biyya biraatitti malee, biyya ufiitii fi mana ufii keessatti ulfinna hin argatu» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee kanaan'llee isaan gufatanii uduu ufitti hin fudhatin ni hafan. Yesus garuu, «Nabiyyiin ka hin kabajaminne biyya isaatii fi mana isaa qofatti» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf isaan isa tuffatane. Yesuus ammoo isaaniin, «Raagaan tokko addee dhibi'itti malee, biyya ifiitii fi mana ifii keessatti ulfinna hin dhaggattu» jedhe.