Matthew 13:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa aduun itti baate ammoo qoorte; hidda gad fagaate waan hin qanneef godde.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aduuni baanaani qanch'ooratani, duuba waan hidda inqamneefi qanch'arani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
aduun baanaan qancooratanii, waan hidda hinqamneef qancaran.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa aduun itti baate ammo qoortee hidda gad fagaate waan hin qabneef godde.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa aduun itti baate ammoo qoortee; Hidda gad fagaate waan hin qabneef godde.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee yeroo aduun baatetti ni qaamaye, hidda waan hin qabneef'llee ni goge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa aduun itti baate ammoo qoorte; hidda gad fagaate waan hin qanneef godde.