Matthew 13:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sanyiin gariin qoree keessa buute, qoreelle guddattee isii hute.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani gari qoraati keesa jigani, qoraatiini woliini baate ukaamsite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Midhaan garii qoraattii keessatti jiganii, qoraatiin waliin baatee ukkaamsite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sanyiin gariin qoree keessa bu'e; qoreen guddatee hudheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sanyiin gariin qoree keessa bu'e, qoreenillee guddatee hudheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sanyiin bira'aa'llee lafa ximirroo qore'ee jidduu ni bu'e, qoreen ximmirroon'llee guddateeti, biqillittuu sanyi'ii hudhee ni hanbiseen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin gariin qoree keessa buute, qoreelle guddattee isii huute.