Matthew 13:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sanyiin dhibiin biyyee dansaa irra buute, gariin midhaan dhibba, gariin midhaan jaatama, gariin midhaan soddama buutte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani gari biyye dansa gubbaa jigani; mid'aani d'alani, hagi toko d'ibba d'alani, ka gari jaatama d'alani, ka gari sodoma d'alani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Midhaan garii biyyee dansaa gubbatti jiganii, midhaan dhalan, hagii tokko dhibba dhalanii, ka garii jaatama dhalanii, ka garii soddoma dhalan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sanyiin kuun lafa mishaa irra bu'e; gariin dhibba, gariin jahaatama, gariin gumaa soddoma daraare.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sanyiin kuun lafa mishaa irra bu'e, gariin dhibba, gariin jahaatama, gariin gumaa soddoma daraare.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sanyiin bira'aa'llee lafa mishaa irratti bu'ee biqileeti, firii baayi'ee ni daraare, tokko dhibba, tokko jahaatama, tokko'llee firii soddomaa ni kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin dhibiin biyyee dansaa irra buute, gariin midhaan dhibba, gariin midhaan jaatama, gariin midhaan soddoma buutte.