Matthew 13:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami gurra qabu dhage'uu ti!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo gurra qabaattani d'agaya.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo gurra qabaattan dhagaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Gurra dhagayu qabu haa dhagayuu» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni Gurra dhagayu qabu haa dhagayuu» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka gurra dhagayu qabu, haa dhagayu!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami gurra qabu dhage'uu ti!» jedhe.