Matthew 14:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san Heroodisiin bulchaan biyya Galiila'aa, gurra Yesuusii dhage'ee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Herode, bara suni, waan Yeso d'agaye, waan tissele ufitiini jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii bara sun hayyuu lafaa Herodis, waan Yesusiin dhaga'ee, hojjattoota ufiitiin,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san bulchaan kutaa arfeesso'oo Heroodis seenaa Yesuusii dhagayee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bara san bulchaan kutaa arfaffa'aa Heroodis seenaa Yesuusii dhagayee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti bulchaan kutaa biyya Galiila'aa ka ture Heerodis, waayee gurroo Yesusii ni dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Heroodisiin bulchaan biyya Galiila'aa, gurra Yesuusii dhage'ee,