Matthew 14:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ittille ergee, mana hidha'aa keessatti mataa Yohaannisii irraa kuchisiise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani nama mana hid'aansati erge, Mata Yohana iraa kuta jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan nama mana hidaatti ergee, “Mat. aa Yoh. aannisii irraa kutaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni nama gara mana hidha'aatitti ergee, morma Yohaannisii mursiise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee nama gara mana hidha'aatitti ergee, mataa Yohaannisii mursiise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf gara mana hidha'aa nama ergee mataa Yohaanisii mana hidha'aa titti, ni murssiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ittille ergee, mana hidha'aa keessatti mataa Yohaannisii irraa kuchisiise.