Matthew 14:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Mataan sun qori'itti fidamee intalaaf kenname; isiin gara haadha ifii fidde.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mata isaa qori gubba kayani intalati kennani, isiini gara haad'a geesite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mat. aa isaa qorii gubbaa kaanii intalatti kennaanii, isiin gara haadhaa geesite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Morma isaallee muranii qorii keessa kaayanii fidanii mucatti'ii kennan; Isiinillee fuutee gara haadha ufii fidde.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mataa isaallee muranii Qorii keessa kaayanii fidanii mucatti'ii kennan; Isiinillee fuutee gara haadha ufii fidde.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mataa murame'llee qori'iin fidanii mucatti'iif ni kennan, isin'llee fiddee haadha isi'iitiif ni kennite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mataan sun qori'itti fidamee intalaaf kenname; isiin gara haadha ifii fidde.