Matthew 14:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti Yohaannisii dhufanee reeffa isaa fuudhanee awwaalane; achiin duuba dhaqanee Yesuusitti himane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Yohana d'ufe reefa fuud'e awaale, d'aqe Yesoti hime.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii Yoh. aannis dhufee reeffa fuudhee awwaalee, dhaqee Yesusitti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni Yohaannisii cuupha'aa dhaqanii reeffa isaa fidanii awwaalanii deebi'anii Yesuusitti odeessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni Yohaannisii cuupha'aa dhaqanii, reeffa isaa fidanii awwaalanii deebi'anii Yesuusitti odeessan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni Yohaannisii'llee dhufaniiti reeffa isaa fuudhanii ni awwaalan, dhaqanii'llee waan kana Yesusitti ni himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti Yohaannisii dhufanee reeffa isaa fuudhanee awwaalane; achiin duuba dhaqanee Yesuusitti himane.