Matthew 14:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo, “Dhaquu isaan hin barbaachisu; isinuu waan nyaatanu kenna'aaf!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Worri yau himmalle; isanumaani waan worri nyaatu kennaafi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo, “Warrii yaa'uu hinmallee isanumaan waan warrii nyaatu kennaaf” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammo, «Dhaquu isaan hin barbaachisu; isinuu waan nyaatan kenna'aaf!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammoo, «Dhaquu isaan hin barbaachisu, isinuu waan nyaatan kenna'aaf!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu, «Isin waan nyaatan isaaniif kennaa malee, akkanumaan deemuun isaanii hin malu!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo, «Dhaquu isaan hin barbaachisu; isinuu waan nyaatanu kenna'aaf!» jedhe.