Matthew 14:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
tajaajiltoota ifiitiin, “Kun Yohaannisii cuupha'a; isatti du'a keessaa ka'eera, kanaaf hujiin bilbaasaa tun isaan hujatamiisatti jirti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami kunini Yohana nama batisu; inni ya duisa keesaa kae; maro waan kanatifi waan mama kana tolcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Namii kunin Yoh. aannisii nama cuuphuu; innii ya du'a keessaa ka'e; tanaaf waan mamaa kana tolchaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjattoota ufiitiin, «Kun Yohaannisii cuupha'atu du'aa ka'eera; kanaaf hujiin maalaleen kun isaan hojjatame» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hojjattoota ufiitiin, «Kun Yohaannisii cuupha'atu du'aa ka'eera. Kanaaf hujiin maalaleen kun isaan hojjatamte» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tajaajilttoota isaatiin, «Kun Yohaanisii cuupha'aa, inni'llee du'aa ka'ee jira, wonittoonni baasaa kunniin karaa isaatiin ka raawwataman kanaaf» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
tajaajiltoota ifiitiin, «Kun Yohaannisii cuupha'a; isatti du'a keessaa ka'eera, kanaaf hujiin bilbaasaa tun isaan hujamiisatti jirti» jedhe.