Matthew 14:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan martinuu nyaatanee quufane; hanbaa irraa hatte, kollonjoo kudhanii lama guutuu fuudhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ch'ufti nyaate quufe. Duuba hamba dadu kud'ani lama wolti guurani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii cuftii nyaatee quufe; jennaan jarii isaa hambaa daduu kudhanii lamaa miyyuu walti guure.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gumiin martinuu nyaatanii quufanii hambaa irraa hafe xoroshoo masoobii kudha lama guutuu fuudhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gumiin martinuu nyaatanii quufanii; hambaa irraa hafe, xoroshoo gindoo kudha lama guutuu fuudhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Marrinuu nyaatanii ni quufan, hanbbaa hafe'llee barattoonni isaa, ginddoo kudha lamaa guutanii ni kaasan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan martinuu nyaatanee quufane; hambaa irraa hatte, kollonjoo kudhanii lama guutuu fuudhane.