Matthew 14:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus gumii geegesseen duuba, daadimatiisaaf qofuu gara gaaraa ol baye. Yennaa galgalootte, inni qofuu achi jiraayyu;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi biyya galche, koba ufi gaara kore aka Waaqa kad'atu. Lafti galgaloomnaanile kobuma ufi tae;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii biyya galche, Waaqaa kadhachuuf kophaa ufii gaara kore. Laftii galgaloomnaaniillee kophuma ufii taa'e;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus haga gumii geegesseen maayii faateffachu'uuf hojjuma ufii gara gaaraa ol baye. Hennaa galgaloofte inni hojjuma ufii achi ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus gumii haga geegesseen maayii, faateeffachu'uuf hojjuma ufii gara gaaraa ol baye. Hennaa galgaloofte, inni hojjuma ufii achi ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummata'llee eega geegesseen duubatti kadhanna'aaf adda isaa gara gaara tokkoo irra ni baye, yeroo dhiitetti'llee Yesus achitti adduma isaa ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus gumii geegesseen duuba, daadimatiisaaf qofuu gara gaaraa ol baye. Yennaa galgalootte, inni qofuu achi jiraayyu;