Matthew 14:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti yennaa bisaan gubbaa ideemuun isa dhaggite ammoo, bararaxxee, “Kun ekera'a” jettee soda'aan iyyite.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo jari isaa Yeso galaana gubba deemu arginaani rifate, Ekhera jed'ani sodaatani iyani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii isaa ammoo Yesusii galaana gubbaa deemu arginaan rifatee, “Ekeraa” jedhee sodaatee iyye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni isaa uduu inni galaana irra deemu arganii bararraaqanii, «Kun ekera'a» jedhanii sodaatanii iyyan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni isaa uduu inni galaana irra deemu arganii, bararraaqanii, «Kun ekera'a» jedhanii sodaatanii iyyan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa'llee garba ciisaa irra tarkaanfata'aa yoo inni deemu yeroo arganiinitti, haalaan soodaatanii ni nayan, «Kun sawaala!» jedhanii'llee, soda'aan ni iyyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti yennaa bisaan gubbaa ideemuun isa dhaggite ammoo, bararaxxee, «Kun ekera'a» jettee soda'aan iyyite.