Matthew 14:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos deebisee, “Gootta'a, yoo si teete, bisaan gubbaa gara keeti akka dhufu na ajaji” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Petroni waan jed'eeni, Aabbo, yo d'uguma si taate, Bisaani gubba deemi kooti naani jed'i.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phexros, “Aabboo! Yo dhuguma si taate, ‘Bisaan gubbaa deemii kootti!’ naan jedhi” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroosillee deebisee, «Gooftaa'a! yoo si taate gara kee bisaan irra akka dhufu na ajaji» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroosillee deebisee, «Gooftaa'a, yoo si taate, gara kee bisaan irra akka dhufu na ajaji» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Phexiros, «Yaa Gooftaa! Si eega taate, garba ciisaa irra tarkaanfata'aa gara kee akka dhufuuf ana ajaji!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos deebisee, «Gootta'a, yoo si teete, bisaan gubbaa gara keeti akka dhufu na ajaji» jedheen.