Matthew 14:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Heroodis sababa Herodiyaasii niitii obboleessa ifii ta Filiphoosiitiif jedhee, Yohaannis qassiisee mana hidha'aatitti hiisiseeraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Herodeni duri Yohana qabe hid'aansa keesa kaye, maro Herodia, niiti Filipo, oboleesa isaa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif Herodis durii waan Herodiyas niitii obbooleessa isaa ta Filiphositii jedhee, Yoh. aannis qabsiisee, hidhee mana hidhaatti galchisiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Heroodis sababaa Heroodiyaadaa haadha manaa obboleessa ufii ta Filiphoosiitiif jedhee Yohaannisiin qabsiisee mana hidha'aatitti hiisisee ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Heroodis sababaa Heroodiyaadaa haadha manaa obboleessa ufii ta Filiphoosiitiif jedhee, Yohaannisiin qabsiisee mana hidha'aatitti hiisisee ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Heerodis'llee Yohaanisiin qabssiisee mana hidha'aa titti hisiseenii jira ture, kana'llee ka raawwate haadha worraa obboleesa isaa Filiphosii ka turtte, sababa Heerodiyaada'aatiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Heroodis sababa Heroodiyaasii niitii obboleessa ifii ta Filiphoosiitiif jedhee, Yohaannis qassiisee mana hidha'aatitti hiisiseeraayyu.