Matthew 14:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Qilleensa jabaa yennaa dhagge ammoo, sodaatee, lixiisaafille jalqabee jennaan, “Gootta'a, na fayyisi!” jedhee iyye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo bubbe arginaani sodaate, ka diquma bisaani keesa illit'iini iye, Aabbo, na qabi jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo bubbee arginaan sodaatee, ka diqqumaa bisaan keessa hinlixin iyyee, “Aabboo, na baas” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo hennaa hunna bubbe'ee arge sodaatee liqimfamuu jalqabee jennaan, «Gooftaa'a! na oolchi!» jedha'aa iyye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, hunna bubbe'ee hennaa arge, sodaatee liqimfamuu jalqabee jennaan, «Gooftaa'a, na oolchi.» jedha'aa iyye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu huminna bubbe'ee laalee ni sodaate, gara garba ciisa'aa keessaa gad liqimfamuu yoo jala qabetti'llee, «Yaa Gooftaa! Ana oolichi!» jechu'uun, ni iyye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qilleensa jabaa yennaa dhagge ammoo, sodaatee, lixiisaafille jalqabee jennaan, «Gootta'a, na fayyisi!» jedhee iyye.