Matthew 14:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yohaannis Heroodisiin, “Niitii obboleessa keetii fuudhuun sii seeraa moti” jedheeraaniiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yohanani waan Herodeni jed'e, Aki atini niiti oboleesa keti barattu fullaaniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoh. aannis Herodisiin, “Barachaan atin niitii obbooleessa keetii baraatte aadaaniti” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yohaannis Heroodisiin «Haadha manaa obboleessa keetii fuudhuun seeraa miti» jedheenii ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yohaannis Heroodisiin «Haadha manaa obboleessa keetii fuudhuun seeraa miti» jedheenii ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yohaannis Heerodisiin, «Haadha worraa obboleessa keetii akka fuutuuf seerri siif hin eeyyamu!» jedheenii jira ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yohaannis Heroodisiin, «Niitii obboleessa keetii fuudhuun sii seeraa moti» jedheeraayyu.