Matthew 14:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Heroodis, Yohaannis ijjeesiisaaf barbaade, ammoo kolbaan akka raaga'aatitti waan ilaalteertuuf sodaate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Herodeni Yohana ijeesu fed'e, ammo biyya sodaate, waan biyyiti Yohana raaga seetefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Herodis, Yoh. aannis ijjeesuu fedhee, ammoo waan biyyitii Yoh. aannis raaga seeteef sodaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Heroodiis Yohaannisiin ajjeesisuu barbaade; gumiin ammo akka raagaatitti waan isa laalaniif sodaate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Heroodiis, Yohaannisiin ajjeesisuu barbaade, gumiin ammoo akka raagaatitti waan isa laalaniif sodaate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Heerodis Yohaannisiin ajjeesu'uuf ni barbaadaan ture, garuu ummanni Yihudotaa akka nabiyyi'ii titti ni laalaniin waan tureef, ummata ni sodaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Heroodis, Yohaannis ijjeesiisaaf barbaade, ammoo kolbaan akka raaga'aatitti waan ilaalteertuuf sodaate.